Xiinxala Labsii Lafa Baadiyyaa Oromiyaa Haarawa
Hubannaa Labsii Lafa baadiyyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa irratti kuta kutaan Abbaa Alangaa Naannoo Obbo Ibsaa Camadaatiin dhiyaate dha. Labsiin lakk.130/1999 bahe waggoota 15 oliif hojii irra ture qorannoo bilchina qabu gaggeeffame irratti hundaa’uun wixineen isaa BAAWOtiin qopha’ee gaafa 11-06-2015 Labsii lakk.248/2015 ta’ee mirkanaa’ee jira. Qophii wixinichaa irraa kasee hanga ragga’insa wixinichaatti gaheen Hooggansiifi Abbootiin Alangaa Daayiroktereeti qorannoo, qophii wixineefi hubannoo seeraa ol’aanaa ture. Wixineen kunis adeemsa cimaa keessa kan darbeefi bilchinaan kan ilalamaa tureera. Haaluma kanaan hubannoo Labsii haara kana irratti kutaa kutaan keessumma dhimmoota haara labsicha keessatti hammataman karaa Abbaa Alangaa Ibsaa Camadaa qopha’ee kutaa kutaan kan isin hubaachisnu ta’a. Kutaa 1ffaa Seensi Labsichaa ergawwan maal of keessa qa...
Comments
Post a Comment